Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Iraan hojii misaa’elaa cimsitee akka itti-fuftu beeksifte

 

 

Finfinnee, Caamsaa 18, 2009  (oromiapo) Iraan hojii misaa’ela hojjachuu fi hammayyeessuu caalaa cimsitee itti-fufuuf kutattuu ta’uushee Ministeerri Dhimma Alaa Biyyaattii beeksise.

Ministirri Dhimma Alaa Ameerikaa Reeks Tiilarsan Pireezdaantii Iraan haaraa filataman Hasan Ruhaanii biyyisaanii yaalii ittisa misaa’elaa akka addaan kuttu gaafachuusaaniin wal-qabtee Dubbi-himaan Ministeera Dhimma Alaa Iraan Baahiraam Qaasim Teehiraan hojilee misaa’elaa caalaa cimsitee akka hojjattudha kan ibsan.

Qondaaltonni Iraan sagantaalee misaa’elaa biyyattii irratti yaadaonni kennaman fudhatama hin-qaban jechaa jiru.

Dubbi Himaan kun hojiin misaa’elaa dhimma biyya keessaa waan ta’eef eenyuyyuu gidduu seenuu hin-barbaachisu jedhaniiru.

Misaa’eloonni Iraan hojjattu nageenya biyyattii eegsisuu irra darbee nagaa naannichaaf barbaachisaa waan ta’eef sagantaashee irraa eenyuyyuu akka ishee dhorkine beeksifteetti.

Madda: TV Pireesii (FBC)

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...