Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Jibuutiin tajaajila buufata ammayyaa laachuu eegalte

Finfinnee, Caamsaa 17,2009 – Jibuutiin Afrikaatti tajaajila buufata ammayyaa laachuu eegalte.

Buufata ammayyaa kanaaf ‘Dooraaleeh Maltii Parpaz Poot’" moggaasa jedhu laattefitti.

Buufanni amma tajaajilaaf banaa ta’e kunis, qaama karoora tajaajila buufata doonii addunyaaf bal’inaan laachuuf qabatteeti jedhameera.

Buufanni ammayyaa kun tajaajila hedduu laachuu kan danda’u yammuu ta’u, Jibuutii wiirtuu daldalaa taasisuuf ga’ee olaanaa tabatas jedhan itti gaafatamaan Abbaa Taayitaa Buufataalee Jibuutii Abubakar Oomaar Haadiin.

Buufatichi heektaara 690rra kan qubate yammuu ta’u, ijaarsasaatif Doolaarri Ameerikaa miiliyoonni dhibba 5 fi miiliyoonni 60 baasii ta’eera.

Jibuutii biyyoota Eesiyaa, Afrikaa fi Awrooppaa daldalaan walitti hidhuuf carraa gaarii akka uumus eerameera.

Buufanni haaraan kun dooniiwwan addunyaa kuma 30 ta’an irraa oomishaalee buusuun qubachiisuu danda’a.

Kanaanis oomishaalee daldalaa biyyoota Eesiyaa 59%, Awrooppaarraa 21% fi Afrikaarraammoo 16 keessummeessuu danda’a.

Maddi; CGTN (FBC)

back to top
Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...