Menu
A+ A A-

Deprecated: Non-static method JApplicationSite::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/templates/gk_news/lib/framework/helper.layout.php on line 181

Deprecated: Non-static method JApplicationCms::getMenu() should not be called statically, assuming $this from incompatible context in /home2/oromiaop/public_html/libraries/cms/application/site.php on line 250

Dhaabbatichi itti gaafatamaa dameesaa Itiyoophiyaatti ramaduufi

Dhaabbatichi itti gaafatamaa dameesaa Itiyoophiyaatti ramaduufi

Oromiyaa Amajjii 26,2007(Oromiya PO) Dhaabbanni nyaata addunyaa itti gaafatamaa dameesaa Itiyoophiyaatti ramaduufi.

Dhaabbatichi biiroosaa Finfinnee Afrikaa bahaatiin Itiyoophiyaa Burundii Jibuutii Keeniyaa Ruwaandaa Soomaaliyaa Ugaandaafi Suudaan kibbaa qonnasaanii akka guddisaniifi wabii nyaataa mirkaneeffachuuf carraaqqii taasisaa jiran deeggara.

Dhaabbatichi damee qindeessaa Afrikaa bahaa cimsuu akka qabu amanuudhaan sadarkaa bakka bu’ummaatiin sochii Itiyoophiyaatti taasisaa ture sadarkaa itti gaafatamaatiin akka hoogganamuuf murteesseera.

Dhiyeenya kana beela ittisuudhaaniifi hiyyummaa hi’isuun biyyaalee Afrikaa 13 beekkamtii argatan keessaa Itiyoophiyaan takka akka taate ni beekama.Tajaajila oduu Itiyoophiyaatu gabaase.

Bookmaker with best odds http://wbetting.co.uk review site.

Waa'ee Keenya

Qunnam..

1.ORTO

2.FANA

3.ERTA

4.ENA

5.WALTA

Qunam3...

1.AMBO

2.ADAMA

3.HAAROMAYAA

4.JIMMAA

5.NAQAMTEE

Qunam2...

Qunam1...